id
stringlengths 1
6
| text
stringlengths 2
6.37k
|
---|---|
600 | Sana argachuun saba ofii keessatt yoo dadhabme, qaanii waan hin qabneef kan diinni itt hiixatu fudhatanii fira gaarii tahuu saa afarsuu eegalu.
|
601 | Oromoon dhimma kanaan hidhamanii jiran hundu hedduu gamadan.
|
602 | Dubartoota ajjeesuun Meksiikoo keessatti kan baratame yommuu ta'u garuu yeroo baayyee adabbiin hin kennamu.
|
603 | Osoo addaan hin baasne har’a illee wareegdi,
|
604 | Yoo Finfinneen dhiphatte misoomni dangaa ce’ee gara Oromiyaatti dhangala’uu qaba.
|
605 | nagayaan oromummaa haa dursu akkam nagayaa fayyaadhaa baga nagayaan jiraattan.
|
606 | Abbaa warraa isii Birhaanuu waliin ganna 17 waliin jiraatan, ijoollee sadii qabu.
|
607 | Caamsaa 9 Bara 2016: Hidhamtoota Oromoo mooraa waraanaa Xoollay keessatti hiraarfamaa jiran keessaa muraasa.
|
608 | Beekumsii dhugaa:- nama guddisa, dhugaa dubbachuun nama gargaara.
|
609 | Bittaa sirna … Continue reading →
|
610 | Inni itt haanu kan dubarti Arsii dhuma jaarraa 19ffaati .
|
611 | Poolisootni qoricha sammuu namaa hadoochu sakkatta'uuf manashee haa seenaniyyuu malee qorichi akkanaa hin argamne ture.
|
612 | Hiriira dhiheenya kana Magaaloota Naannoo Oromiyaa keessatti geggeeffamuaa jiru ilaalchisee obbo Lammaa Magarsaa akki jedhe, “gaafiin ummanni kaasaa jiru sirriidha, haata’u malee rakkoo uumame eenyutu raawwataa jira kan jedhu beekunis barbaachisaadha” jedhe.
|
613 | Torban dabre, Muummichi Ministeeraa Ispeen, Maariyanoo Raahoy bulchiinsa kallattii Kaataalooniyaa irratti kaa'anii turan.
|
614 | Posted By: AFAAN OROMO - Oromo Language 0 Comment aadaa
|
615 | Qabsoon qawwee namatti dhukaasuu qofa miti.
|
616 | Covid-19: Gamtaan Awurooppaa talaallii koronaavaayirasii doozii miliyoona 300 bitachuufi
|
617 | Sababni isaas,Barattoonni lakkoofsaan xinnoo ta’an kan hojii basaasaa hojjetaniif waraqaa eenyummaa addaa qopheessuun warri waraqaa eenyummaa kana hin fudhanne adabbiitu isin ilaallata jedhanii tokko shaneen magaalaa Naqamtee keessa deemanii barattotaa wayita basaasuutti ka’anitti barattoonni gamtaadhaan magaalaa keessaa itti yaa’uun basaastota waraqaa eenyummaa guurratanii barattoota basaasaa jiran arii’aniiru.
|
618 | Qindaa'inoota fayyadamaan dangaa'an kan galmee wajjin olkaa'aman fe'a.
|
619 | Haa ta'u malee turiistonni biyya alaa gara sana dhaqan keessattu lammiileen Chaayinaa fi Italii darbee darbee dhaquun naacha bitachuun achumatti qalchiisanii hojjachisuun akka nyaatan ni dubbatu.
|
620 | Ogeettii uffannaa guyyaa ayyaanaa gara uffata guyyuutti geeddaraa jirtu Yaada kana namoonni keessa darban akkamitti ilaalu?
|
621 | Itoophiyaan warra Kushiin hin beeknee awwaalchii ishee fagoo hin ta’uu.
|
622 | Sharafa alaa bilisa gochuun rakkoo qaala'insa jireenyaa waan fiduuf akka rakkoowwan qaala'insi jireenyaa sababoota birootiin hin dhufne irratti hojjechuu barbaachisa.
|
623 | Rakkoo nageenyaa Naannoo Amaaraa furuuf qamoleen Federaalaa bobba'uufi ''Gareen kamuu gareedhaanis ta'e dhuunfaan hidhatee socho'uun dhorkaadha,'' jedheera.
|
624 | Addunyaarratti hojjettoonni poostaa miiliyoonaan lakka'aman akkamiin weerara koroonaavaayiras lolaa jiru?
|
625 | " "Amma ammaatti waanuma mana keessaa qabnuufi waan firoonni nu bira dhaabbataniin jirra," jedhu.
|
626 | Qabsoon Oromiyaa keessatti godhamaa turte haala amma jirtu irra dhaabbannee yoo laalle ammoo qabsoo bifa lamaatu jira.
|
627 | Dadhabinsa keessoo osoo qabachuu baannee humni halaa dhufe nu hin jeequ ture.
|
628 | Warri biyyatti nu deebisuuf jedhan yeroo darbe nu galmeessaniiru garuu amallee teenyee eegaa jirra.
|
629 | 23 Shaampiyoonaa tapha guutuu Oromiyaa 24ffaa Bishooftuu(dorgommii Cheesii dhuunfaa 233 Dagar 17 Timmar
|
630 | Akka fakkeenyaatti waa’ee dantaa addaa Oromiyaan Finfinnee irraa qabdu woggaa 22 kan lafaa kaase hin turre.
|
631 | Ausazko hitza: Kaaba, bishaan, lalise, Oromiffa, Afaan Oromoo
|
632 | 2x AA 1x AA Accumultaor 2 AA
|
633 | Rabbi qofatu waan hin jirre tokko irraa fedhinnaa isaatiin argamsiisuu danda’a.
|
634 | Hongi Kongiittis hojiin namoota walitti dhufenya qaban adamsuu osoo namtichi mallattoo dhukkubbi hin agariisiin dura eegalama.
|
635 | n > a s 1 e ^i si a t u r e .
|
636 | Haala qorannoo Laansantiin, ijoolleen harma haadhaa hodhaa guddatan, dandeettiin samuu isaanii (IQ) warreen kaan qabxii sadiin ol aanaadha.
|
637 | Bara dheeraaf dhaaba kan kan jaalatu ummata isaa inni qabsaawuuf qofa malee diinotaa fi farreen qabsichaa yeroon dhaaba kana diiguuf itti hin duulin hin jiru.
|
638 | Ummanni Tigraayiitti argamu kan keenya waan ta'eef, waldhabdeefi aariin garee TPLF irratti qofa waan ta'eef, ummata balaa irraa hambisuuf of eeggannoon taasifamuu himan.
|
639 | Damaqqaa Oromiyaa haa daggaagsinu fayyaa beeyladaa, kan namaa illee haa eegnu.
|
640 | Karaa kanaan yoo ilaalame, gabaasni kun qeeqamuu hin qabu.
|
641 | ni Dha Pa Dha Sa’ ni
|
642 | Baqqalaa Garbaa Wayyaaneen Adamsite Hiree Oromoo Arra Argatte Kanatti Fayyadamuun Hoggantoonni Olaanoon Oromoo Baasuu Qabu.
|
643 | Dubbii jechuun yeroo tokko keessatti namni tokko akka waan tokko godhu yookaan wanni tokko akka godhamuu fi akka maal ta’u kan nutti himu walitti qabama jechootati.
|
644 | Har’a garuu warri gorsa sabaa dide osoma sirni isaanii aangoo irra jiruu gatii harka isaanii argachaa jiru.
|
645 | Warraaqsi bara 1991 dhoyee ammoo enyummaa sabootaaf beekkannoo kan kennee dha.
|
646 | Buufanni doonii Asab hojii eegaluuf Zhuhai fi Hong Kong gidduu imaluun sa'aatii 4 fudhata ture amma gara daqiiqaa 30tti gad bu'eera.
|
647 | Motummicha akka michuutt fudhatanii hariiroo qabaniin dhaadachuun yakka inni tolche fudhachuu alatt hin laalamu.
|
648 | Artistoota Biyya keessaaf gama hundaan irree ta’anii argamuun Odoo danda’amuu , bakka amma jiran irratti argamuun isaanii dhugumatti nama qaanessa.
|
649 | Gara ijaaf ijoo yaadicha arraatti dabruu koo dura immoo haaloota torbee kanaa irraa waaniin hubadherraa akka seensaatti xiqqo waa jechuun barbaada.
|
650 | Deessuun vaayirasichi qabe dhiheenyatti achitti deessee yoo ta'e hoo?
|
651 | Tokkooffaan, Kitaabni qulqulluun nu abooma, qaamni keenya waan kam irratti iyyuu “akka hin bitamne.
|
652 | Elektirooniik sarkiyuutii keessatti, rezisteriin guddina karantii yaa'uu murteessuuf, amma asattoo to'achuuf, ruuqolee ka'aa gargaaruuf, fi sarara tamsaasaa guduunfuu fi kkf kan biraaf tajaajilu.
|
653 | Namooti beekumsa qaban basaasi akka irratti hin barretti haala Abbaa irree fi tarkaanfii fudhatamuu qaban gad faginaan xiinxaluu qaban.
|
654 | Amaanu'el sadarkaa afaan Amaaraafi Afaan Oromoo yeroo ammaa irra jiran ammayyu baayyee walcaala.
|
655 | Nutis, akka sabaatti barumsa ammayyaa argachuuf mirga guutuu qabna; sirni bittoota Habashaaf qaroomina abbale, yoo bilisummaa dhabuun ta’e malee saba keenyarraa waan hanqifamuuf hinqabu.
|
656 | Qabiyyeen lafa saamamee irra guddaan mootummaadhaan dhuunfatamee gurguramaa fi dilaala(qaraxa) guddaatu irraa sassaabamaa ture.
|
657 | Wallagga Magaalaa Mandii Keessaa Maanguddoonnii fi Dargaggoonni Qaroo Ukkaamfamaa Jiraachuu Qeerroon Gabaase.
|
658 | Jijjiirama siyaasaa guyyoota 100 keessatti mul'atan Biyyattii nagaaf tasgabbiitti deebisuuf jalqabbiin abdii namatti horan jiraatanillee, ammas wantoonni yaaddoo ta'uu malan jiru.
|
659 | Sana booda barnoota Biznasaan Mastarsii itti fufuuf gara Yunivarsiitii Finfinneen imale.
|
660 | Nama guyyaa tokko nu deggare galateeffachuu, isa nuuf hojjatu ammachuu qabna.
|
661 | Xaaliyaan tarii raafama kana garagalchuu dandeessi Jalqaba torban darbee Ejensiin Eegumsa Lammilee Xaaliyaan (Italy's Civil Protection Agency) akka jedhetti biyyattiin dhibee daddarbaa kanarraa "ifatti sadarkaa tasgabbaa'uu" keessa jirti.
|
662 | Xurree kheeyrii baastee karaa akhiraa yoo deemte daandii kee sanirra namni imalu hedduudha.
|
663 | Goodayyaa suuraa Itoophiyaa keessa baqattoonni biyyoota biroo kuma 847 ol ta'anitu jiru
|
664 | Kana malees, jarmaniin cabiinsa mirga namummaa yeroo amma Itoophiyaa keessatti ta’aa jiru haala qabatamaa ammaa sababa godhachuun dhimma qorannaa baqattoota Ittoophiyaa karaa sirrii ta’een akka ilaaltu gaafanna.
|
665 | Qabsoon hadhooftuudha kan itti cichetu bakkaan ga’a.
|
666 | Debbii Sabni debbise dove irra dedebi'e illalii (il.
|
667 | Abukaatoon lammiin Ameerikaa ta'e Sanjiv Singh maatiiwwan balaa xiyyaaraan namoota isaanii dhaban muraasaaf falmaa jira.
|
668 | Goodayyaa suuraa Imaaldaa Maarkoos, miseeensa mana maree ammaa bara 2014tti suura kaate.
|
669 | Kumaalaa Iyyoob Abaataa: Janaraal Qumillaachoo kan gargaare nama qaama mootummaa ta'eedha.
|
670 | Kun hundi yeroo tahuu BBC, CNN kkf Median Walabaa Gurguddoon bakka biraa lubbuun nama tokkoo yeroo darbu gabaasuuf irratti wal dorgoman waa tokko jechuu dhabuun gochaa sukanneessaa kana rawwatamuu akkuma mootummoota isaanii eebbisaniifii akka jiran eenyuufuu ifaa dha.
|
671 | Dhugumatu "en virtut de la pau Biyya útils guutummaatti buufatee, ISAAA lubbuu garuu Yoo dhabe, bu'aan isaa Maali REE?
|
672 | Gara kamiinuu yaada kamiifuu haadhufu Jilli kun kan Oromooti.
|
673 | Jagnoota sirna fuudaalaa irratti murannoon qabsaawaa turan kan akka Janaraal Taaddasaa Birruu fi Koloneel Hayiluu Raggaasaa fa’a badii tokkoon maleetti rashane.
|
674 | 9 Onkololeessa 2020 Madda suuraa, BOOKER Ma’aazaa Mangisteen kitaabashee waa’ee dubartoota gootaa yeroo Xaaliyaaaniin Itoophiyaa weerarte wareegama kaffalan himu’ ‘The Shadow King’ jedhuun badhaasa ‘Booker’ jedhamuuf kaadhimamteetti.
|
675 | Weerara awwaannisaa Itoophiyaa: ‘Haati warraakoo midhaan awwaannisni nu jalaa fixe agarraan gaggabde’
|
676 | Culluxxoo siyyaasaa Kaleessa abbooti isaanii akka harree ba’aa Wayyaanee baataa turan irraa kan leenji’an dubbachaa jiru malee
|
677 | Sheykul Islaam Ibn Teymiyaan (Rabbiin rahmata isaaf haa godhu) akka lugaatti “imaanni hiika ‘iqraar (mirkaneessu)’ jedhu qaba” jedha.
|
678 | Odeessa kana irratti dabalata Iboolaa: Hubannoo gabaabaa23 Caamsaa 2018 Sodaa Eboolaaf daangaan DR Kongoofi Riwaandaa wal qunnamsiisu cufame1 Hagayya 2019 Buruundiin 'hojjetoota adda-durummaan socho'aniif' talaallii Iboolaa kennaa jirti15 Hagayya 2019 Iboolaa akka haaraatti DR Koongootti mul'ate sodaa umee jedhame13 Waxabajjii 2019 Isin hin darbiin Shamarran Finfinneetti sabboonummaa Oromoo dagaagsuuf hojjechaa jiran17 Amajjii 2021 Filannoo Yugaandaa booda Boobii Waayin lubbuusaaf akka sodaatu ibseSa'aatii 6 dura Dubartoonni appii sagantaa laguu agarsiisuun rakkataa jiruSa'aatii 7 dura Maaltu haasa'ama?
|
679 | Isa wohlaka Wann gaariin hundinu nuuf Akka iminyaka sagaleen Waaqayyo amandla barsiisa.
|
680 | Qabiyyeetti darbi Kutaawwan Oduu Itoophiyaa Viidiyoo Jajjaboo Oduu Itoophiyaa Viidiyoo Jajjaboo Walaayittaa keessatti rakkoo nageenyaa mudateen yoo xiqqaate namootni 10 ajjeefaman 11 Hagayya 2020 Madda suuraa, Wolaita zone chief adminstrator/facebook Naannoo Uummatotaa Kibbaa Godina Walaayittaatti gaaffii naannoo ta'anii ijaaramuuf dhiyaaten walqabatee mormii Dilbata dhalate hordofee hanga har'aatti namootni 10 ta'an ajjeefaman.
|
681 | Har’a Fulbaana 3 xumuranii gara biyya isaanii bakka dhufanitti haa deebi’an jedhamuudhaan qarshii isaanii guyyaatti kennamaa ture walitti qabaa qarshii 420barattootaaf kennamee guyyaa boruu gara qe’ee dhufaniitti akka deebi’an labsiin labsame, akkuma beekamu gaaffileen mirgaa hedduun gaafatamaa tureera, gaaffin sun utuu hin deebi’in murtoon gara biyya galuu murteeffame, Aka gabaasni Qeerroo yuunniversitii Haromayaa irraa ibsutti FDG guyyaa har’a Fulbaana 3 mooraa sanatti qabate dhimma gaaffiwwan gaafatamaa tureef deebiin sirna qabeessaa dhabamuu isaati,maatii keenyatti kan gallu mootummaan gaaffii qulqulluu rakkoo uummata keenya furuuf dhiyaate irratti deebiin sirna kennamuu qaba,nuti saba keenya bakka buunee,ilmaan oromoo oromiyaa keessa jiru bakka buunetu jirra,har’a gaaffii keenyatti qoosaa fi irra dibaadhaan cina darbuun borus uummata oromoo rakkina keessa buusudhan kanjedhuun fincila kaasani jiraachuu gabaasni Qeerroo kan addeessuudha,kanumaan wal qabsiisee mootummaan wayyaanee battaluma sochiin barattootaa mooraa kanatti dhalateen humni waraanaa bakka bahe hin beekamne gara sanatti bobbaasee jiraachuu, mooraan yuuniversitii Haromayyaa waraana Wayyaaneen kan marfamte tahu ishee gabaasni Qeerroo addeessa.
|
682 | Iddoowwan tokko tokkos Koomand Poostii jala jiru.
|
683 | Hammamtaan galmee kan dabalu danda'u xurree fi faayilii wabiitin qofa.
|
684 | Isheedhaaf garuu Oromiyaarraa fagaachuunshee daran Oromummaa ishee akka cimsattuuf carraa addaa baneef malee Oromummaashee irraa hin mulqine.
|
685 | Sababa ajjeechaa namootaa sanbattan darbee magaalaa Moyaaleetti raawwateen walqabatee namoonni kumaatamaan lakkaa'amiifi irra caalaan isaanii dubartootaafi daa'imman ta'an ammalleen gara Keeniyaatti yaa'aa jiru.
|
686 | Akkuma olitti ibsame, saamichaa fi qircannaan lafa Oromoo TPLF itti jiru, itti fufuma imaammata bittoota impaayera Itoophiyaa isaan dura turanii ti.
|
687 | " "Haa ta'u malee namni haftee xayyaaraa kanaaf xiyyeeffannoo kenneefillee hin jiru" jedha dargaggoo Faqqadaa Wanjaa.
|
688 | Aadaa, seenaafi afaan keenya har’a itti boonnu kanas dhabuun ykn dagachuun labataa labatatti koloneeffattootaaf ergamaa ta’aa hafna turre, Kunimmoo yaada hawwamuu qabu waan hintaaneef, dhalootni bu’aasaarra miidhaansaa guddaa ta’uu hubachuutu isarraa eegama.
|
689 | Jawaar Mahaammad namoota biroo 35 ol tahan waliin sirna gaggeessaa reeffa Haacaaluu irratti humnaan gara magaalaa Finfinneetti fedha maatii malee deebisan jedhamuun ture to'annoo jala kan oolan.
|
690 | Akkaataan balfi itti sassaabamu, kuufamuu fi gatamu biyyoota guddina irra jiran kan akka Itiyoophiyaa kessatti, namoota, horii fi naannoo irratti balaa inni fiduu danda'u akka salphaa miti.
|
691 | Jimmaa Abbaa Jifaar shaampiyoonaa Pirimiyeer Liigii ta'e Gaaffiin namoota baay'ee meeqa akka kanfalamef gaafatanis Baamlaak garuu hanga yoonaa homaa akka quba hin qabne hima.
|
692 | (Iddoo –isaa) Iddoo‘saa (sun -daya) Sunday
|
693 | Achumaan namichi lammataas sila arba moo jedheen.
|
694 | Rakkoolee gurmaa'ina ispoortii kubbaa miilaa keessatti mul'ataniin kan ka'e kufaatii garee kubbaa miilaa biyyaaleessaaf qaamni abbummaadhaan itti gaafatamu waan hinjirreef seerri haaraa bahu akka falaatti kan fudhatamu ta'uusaa himaniiru.
|
695 | "Lafa dhoksaa ykn cita lafaa fakkaata" Manni barnootaa Afaan Oromoo mooraa kolleejichaan ala jiru kiiloomeetira 15 ol akka fagaatu kan himan barsiisonni kunneen daandiinis geejjibnis rakkisaa waan ta'eef ijoolleen deddeebi'anii barachuuf ni rakkatu jedhu.
|
696 | Kanatti bayyanachuun akeeka diinaa hongeesuun barbaachisaa dha.
|
697 | “Isin keessaa namni osoo dhaabbatu dallane gadii haa taa’u; dallansuun yoo irraa qabbanaa’e suni gaariidha.
|
698 | Free USTAZ RAAYYAA ABBAA MACCAA Vol 15 AFAAN OROMO NASHIDA mp3
|
699 | Abdii ammoo isa bira yoo ilaale, lamaan keenyu mirga qabna.
|